βœ… Fayyida Master Card Namootaaf.

πŸ”Ή 1. Bittoota Alaa Irraa Gabaa Goachuu (Online Shopping)

Amazon, Alibaba, AliExpress, eBay, Shein, fi kkf irraa bitachuu.

Credit/Debit card barbaadanitti siif tajaajila.

πŸ”Ή 2. Appoota fi Tajaajiloota Dijitaalaa Fudhachuun

Netflix, Canva Pro, Adobe, ChatGPT Plus, YouTube Premium, Spotify, fi kkf.

πŸ”Ή 3. Tajaajila Addunyaa Irra Jiru Hunda Irra Ga’u

MasterCard addunyaa guutuu keessatti fudhatama qaba.

Safaroota, tikiti, bookii hoteelaa fi kaardii seensaa online ittiin kaffalu.

πŸ”Ή 4. ATM Biyya Keessaa fi Alaatti Maallaqa Irra Baasu

ATM MasterCard fudhatu irraa maallaqa baasu dandeessa – biyya keessa fi alatti.

Haala salphaan maallaqa argachuu fi ergachuu dandeessa.

πŸ”Ή 5. Baankii Irra Hin Deemin Tajaajila Fayyadamu

Mobile banking ykn online banking fayyadamuun – baankii keessa hin seenin.

πŸ”Ή 6. Safe & Secure Transaction (Nagaa fi Ittigaafatamummaa Qaba)

Fraud protection qaba – yoo nama biraatti darbu ykn shakkame block gochuun ni danda’a

Mastercard isiniif baasna” jedhu gareen tokko as telegram irraa Afaan Oromoodhaan

Birrii 3000 kaffalchiisu

Erga kaffaltanii booda app ittiin visacard argattan Bitnob jedhamu link isaa isiniif erganii ‘install godhaadhaa’ jedhu. Step ittiin signup gootan isinitti himu. Dhumarratti app sanaan Visacard argattu!

Step sana qofa isinitti waan agarsiisan qofaaf birr 3000 kaffaltuufi jechuudha.
Ani isa isaan “Mastercard isiniif baasna” jedhantu na kolfisiisa πŸ˜„

Waan fedheefuu, visacard fi Mastercard kan barbaaddan Bitnob fi Bybit irraa bilisaan argachuu dandeessu. National ID ykn Passport qofa isin gaafata! Akkaataa isaammoo youtube irraa ilaalaa!

Bitnob: https://youtu.be/hidoNSo5YrI?si=J0qpoqxsG3sb2IvZ
Bybit: https://youtu.be/s7BaGODxeX0?si=GFsj3AeZ1R4xNC0a

NB: Visacard inni kun akkuma Mastercard isa ittiin kaffaltii raawwatanidha malee isa ittiin biyya alaa deeman miti

https://orobh.com/licensing-and-supervision-of-banking-business-asset-classification-and-provision-directive-no-sbb-90-2024/

Hanga ammaa namni birrii 10,000 badhaafamu hin argamne!

Sababnisaas ulaagaa ani jedhe hunda kan guutu hinjiru

1) Nama ykn Dhaabbata beekamaa ta’e
2) Masterclass kan kennu
3) Mentorship kan qabu
4) Afaan Oromoo ykn Amaariffaan
5) Birrii 4000 gad kan kaffalchiisu

Comment keessan hundasaa ilaaleera.

– Baay’een keessan nama ykn dhaabbata beekamaa hintaane maqaa waamtanii jirtu. Beekamaa jechuun famasii jechuu qofa miti!

– Baay’een keessan gatii leenjii sanaa ifa hin goone

– Kaan immoo Masterclass kan Mentorship hinqabne eertan

Fayyida Master Card

Yaa’iin Abbootii Seeraa Manneen Murtii Godina Shawaa Kaabaa β€Œ β€Œ7πŸβ€ŒπŸβ€Œπšβ€Œπšβ€Œ β€ŒGaggeeffame.

Scroll to Top