Wan ajaa’ibaa mee dubbisaa
- Yeroo namni haasa’u addaan hin kutin.
- Nama tokko bifa isaatiin hin madaalin.
- Yeroo hunda iddoo dhuunfaa nama tokkoo kabaji.
- Waa’ee nama tokkoo gonkumaa waan tokko hin tilmaamiin. Gorsa gaarii
- Yeroo dogoggorte dhiifama gaafadhu.
- Waa’ee nama dugda duubaan hamaa hin dubbatin.
- Yoo ulfaataa ta’ellee amanamaa ta’i.
- Oduu hin odeessinaa, oduu hin facaasinaa.
- Ija hin ilaalin ykn yaada hin malle hin kenninaa.
- Akka ofii ilaalamuu barbaaddutti namoota biroo ilaali. Ajib.com
- Yeroo dandeessutti gargaarsa kenni.
- Aariin kee gocha kee akka to’atu hin heyyamiin.DabalataOrobest.com
- OROMIYAA
- ●Yeroo jalqabaaf maqaa Oromiyaa jedhu kan moggaase fi kaartaa Oromiyaa kan sarare namaa maqaan isaa “Luws Craft” jedhamuudha
- Bara 1837 hanga 1850 tti osoo baha Afrikaa naanna’ee maqaa moggaasu.
- ¤ Bara sanas Oromiyaa har’aa kana “Ormaaniyaa” jedhee moggaasee ture!
- ¤ Bara 1970 keessa immoo “biyya Oromoo “jedhamee moggaafame.
- ¤ Bara 1976 tti ammoo “Oromiyaa” jedhamee moggaafame.
- ● Afaan Oromoo Afaanota Afrikaa keessatti dubbataman 1000 ol ta’an keessaa sadarkaa 3ffaa irratti argama.
- ¤ Afaanota Kuush 40 dubbataman keessaa Afaan Oromoo 1ffaa dha.
- ¤ bara 1934 hanga 1966tti Afaan Oromoo Ityoophiyaa keessatti akka hin dubbatamne akka badu taasifamee ture.
- ●Biyyoota Afrikaa 56 keessaa bal’inaan kan Oromiyaa caalu biyyoota 17 qofaadha.
- ¤ Oromiyaan bal’ina lafaatiin Faransaayiin ni caalti, akkasumaas Itaaliitti dachaa lama taati.
- ¤ Bal’inni Dachee Oromiyaa biyyoota akka Kuubaa, Bulgaariyaa, Biritaaniyaa wajjin wal qixadha.
- ● Baay’inni Uummata Oromoo baha Afrikaa jiraatanii yeroo ammaa Miiliyoona 60 oliidha.
- ● Mootiin yeroo jalqabaatiif Kuush ykn Oromoo hoogganaa turan “Amarraanaa Asiisii (Ateetee) fi Osiriis jedhamu.
- ● Oromoon jaarraa 16ffaa dura sirna adda ta’e kan ittiin bulu sirna #Gadaa kan yuuniskoo irratti galmaa’e qaba!!!
- ● Oromiyaan Godinoota 21 fi Aanolee 350 qabdi.
- Maddii Kitaaba Kuushii fi Oromoo Luwiskraft 1846. fi seenaa dubbisnee irraa.Wan ajaa’ibaa mee
- Sagalee Wareegamtoota Wangeelaa✍️
- Dãmēē odeeffannoo dabalataa guyyaa guyyaan gadhiifamu argachuuf link gadii 👇kana fayyadamaa https://t.me/mhaagj

━━━━━━━━━━━
🖋️@Jechamoota🖌️

