Seenaan Dhugaa nama boonsa


Oromoon jaarraa 13ffaa dura akka lafa shawaa tana keessaa mitti akka kutaa walloo keeyssa jiraachaa turtte ragaan tokko laga bishilootii (laga bishuu)(bishoolee). Gadaa.com
Gara biraatiin lagnii bishiloo jaarraa 13ffaa keeyssa lafa sultanet shawaatiifi lafa Abissinya addaan daangeesa.jaarraa 17ffaa keeyssa lagnii bishiloo begemdir Fi bet-Amharaa, dhihaan gojjamiifi shawaa, kaabaan bet-Amharaa Fi shawaa addaan daangeessa.lagnii bishiloo Ykn laftii bishiloo jedhamtu tun kibbaa-dhihaa wolloo Keeyssatti argamtti.lagnii bishiloo laga Amboo kan wolloo keessa jiruufi laga cacahoo waliin walitti dabalamuudhaan laga yaa’a tahuudhaan, achii booda laga mugar wajjiin walitti makamuun gabbaarii laga Abay taha. bara 1870 gaafa Atse minilik San lagnii bishiloo kun daangaa shwaafi
Begemdir ammaas kan gojjaamiif shawaa addaan daangeesuu ture.
Bishiloo jachuun afaan oromootiin bishaan adii jachuudha.bishu, bishoolee,bishooftuu,
Bishaanoo,bishingoo,bishoo dabalataOrobest.com Seenaan Dhugaa nama

#Dargaggummaan umurii dhala namaa keessaa yeroo baay’ee hawwamaadha. Bara humni jiru, bifa tolan, bara hojjechuuf yeroo qaban, bu’anii ba’uun namaaf salphatuudha. Filannoon jireenyaa kan heddummatu umurii kanatti. Boca jireenya keenya gara duraa kan murteessus sadarkaa kana!

Egaa jireenya keenya gara duraa kan bareechinus ta’e kan balleessinu daangaa umurii dargaggummaa keessatti. Dargaggoonni kaan har’a keessa taa’anii borii isaanii ibsatu, warreen biroon immoo borii isaanii har’a keessatti dukkaneessaa jiraatu. “Youth is the best time to be rich, and best time to be poor” jedhu warri adii!

Bakka ati yeroo dulluma kee teessu gocha bara dargaggummaa keetu murteessa. Dadhabbii kee har’aattu walitti idaa’amee bor siif kennama.

Dammaqi! kana dura osoo hinbeekin umurii kee qaalii kana akkasumaan dabarsaa turte ta’a. Amma garuu nama kaayyoof jiraatu ta’uu qabda.

tiktok.com/@sanyiigudataa2

👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

        Namoota yeroo baayyee komatan irraa fagaadhaa. Namoonni komatan akka vaampaayeroota anniisaa ti. Rakkoo sanaaf furmaata barbaaduu dhiisanii, miira gaarii akka qabaataniif balfa isaanii isa hamaa si irratti gatu. Naannoo Namoota olka’iinsa fi furmaata irratti xiyyeeffatanii ta’uun sadarkaa olaanaadha.

GORSA JIREENYAA namaaf gaariidha jedheen yaada

Scroll to Top