Seenaa mahbubaa kookaan lilillee

Bara 1837 A.L.A sirna bulchiinsa mooti Mohammad Alii keessatti, biyyaa Masriitti gabaa gabroota magaala Kaayirootti gaggeefamaa ture. Bara kana keessa ilma warra mooti lammii Jarman kan ta’e Hermann Von Paklar kan jedhamu Seenaa oromodhaawwannaaf biyyaa Masrii deeme ture. Magaala kaayiroo gabaa gabroota keessa utuu imalaa jiru, shamarree bareeddu tokko arge. Bareedina shamarree kana dinqisiifate yeroo dhuma kanatti akka ishee bitu dirqame.

Kitaaba maxxansaa 9ffaa yaadannoosa keessatti, Hermann akka barreesutti, Seenaa mahbubaa kookaan lililleeSeenaa.com Seenaa mahbubaa kookaan lilillee

“shamarree kana gabroota biroorra adda kan taasise isheen uffata aada biyya naanno itti dhalattee fi faaya adda adda qaamashee irratti arge. Kuniis akka isheen reefu gabaarratti fidan agarsiisa. Gabrootni baayye yeroon isaan gabaa irra oolan uffata naanno isaan ittiin dhufan hin qaban. Gabrootni haara fi gabrootni moofa haala kanaan addan baasani ilaalan.” Shamarreen bareedduu kuniis maqaan dabalataOrobest.com Barreeffama kee fooyyessuuf, bal’inaan dubbisi.

Yaada kee fooyyessuuf caalaatti barreessi.

Seenaa himuu kee fooyyessuuf, caalaatti dhiheessi.

Humna kee fooyyessuuf caalaatti boqodhu.

Hubannoo kee fooyyessuuf caalaatti barsiisi.

Walitti hidhamiinsa keessan fooyyessuuf, caalaatti kenni.

Gammachuu kee fooyyessuuf caalaatti kolfi

Iccitii Milkaa’ina wantoota 6 kana gaafata..

(Foormulaa Iccitii)

  1. Hojii cimaa

Carraa hin amanin, hojii cimaatti amani.

Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi.

Hin jiru.

2. Obsa

Obsa dhabaa jirta taanaan lola dhabaa jirta.

Jalqaba wanti tokkollee hin ta’u, achiis suuta jedhee akka tasaa yeroo tokkotti ta’a.

Namoonni baay’een sadarkaa tokkoffaa irratti harka kennatu.

  3. Wareegama

Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti barbaadde wareegama ta’a.

Wanti hundi gatii qaba.  Gaaffiin jiru: Jireenya hawwitu sanaaf kaffaluuf qophoofteettaa?

4. Gadi dhaabadhu

Dhaabbii jechuun giddu galeessa gara olaantummaatti kan jijjiirudha.

Gadi dhaabbii malee milkaa’ina kana caalu gonkumaa hin argattu.

5. Naamusa

Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa.

Guyyoonni fedhiin sitti hin dhaga’amne ni jiraatu.

Guyyoota sana maaltu sitti dhaga’amas osoo hin ilaalin dhiibuu qabda.

  6. Ofitti amanamummaa

Ofitti amanamummaan, yoo na hin jaallanne rakkoo hin qabu. 

Scroll to Top