Rakkina mo’achuug tattaafachuu qabda

Yeroo ammaa kana addunyaa hojii keessa kan jirtanii fi yeroon hojii keessanii fuulduraa milkaa’inaa fi guddina kan qabu akka ta’u yoo barbaaddan, waa’ee dhimma kanaa har’a yaaduu qabdu. Har’a sammuu keessan fayyadamuu dhaan yoo hin yaadin, bor miirri keessan dhiphachuu fi jeequmsa jalqaba.Rakkina mo’achuug tattaafachuu qabda

Addunyaa hojii keessa yeroo turtanitti karaa lamaan guddatuu qabdu: 1) Gahumsa Maallaqaa, 2) Guddina Sammuu

  1. Gahumsa Maallaqaa

Kaffaltiin isinitti kennamu gadi aanaa dha yoo jattan, gahumsa hojii keessaniif qabdan irratti hundaa’ee waan isiniif kennamaa jiru ta’uu danda’a, kanaaf karaa itti gahumsa keessan dabaltan barbaada. Gahumsa qabduu dhaabbanni isiniif kaffalu aadaa yookiin dandeettii gadi aanaa qaba yoo ta’e immoo, sirna dhaabbatichaa jijjiiruuf yaaluu yookiin komachuurra bakka hojii keessanii jijjiiruun salphaa akka ta’e hin dagatinaa.Rakkina mo’achuug tattaafachuu qabda

  1. Guddina Sammuu

Amalli hojii sammuu kan hojjechiisu, kan mormisiisuu fi kan guddisuu ta’uurra deddeebii kan qabu yoo ta’e, maallaqa hedduu yoo argattan illee guddina sammuu kan bara wajjin deemu akka hin qabaanne hin dagatinaa. Hojii keessa turuuf yoo barbaaddan, karaa itti dhuunfaadhaan guddattan barbaaduu qabdu. Sana gochuu yoo dadhabdan immoo, kan mormisiisuu, sammuu kan hojjechiisuu fi kan guddisu hojii barbUmuriin keessan dabalaa deemnaan itti gaafatamummaan maatii dhaabuurraa dhufuu fi fedhiin adda addaa dabaluun haalli wajjin dhufuu waan danda’uuf, guddachuu keessan irratti itti fufiinsaan yaadaa.Orobest.comRakkina mo’achuug tattaafachuu qabda

Scroll to Top