Pirizdaantii gamtaa Afrikaa haaraa


Aangoonsaanii kan xumurame Musaa Faakii Mahamaat bakka budhaaf ammoo lammiin Keeniyaa Raayilaa Odiingaa, Ministirri dhimma Alaa Jibutii Maahamud Alii Yusuuf fi ministirri dhimma alaa Maadagaaskaar duraanii Riichaard dabalatOrobest.com Raandiraayaamaandiraato ni dorgomu.
Filannoon dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afriikaa kan waggaa afuriin gaggeeffamu yoo ta’u, namni filatames aangoorra turu kan danda’ubara aabgoo dura taa’ummaa lamaatti waggaa saddeetiif qofaadha.
Filannoon dura taa’aa kanaatiif iccitiin sagalee kennuun kan raawwatamu yoo ta’u, namni injifatuuf biyyoota miseensaa 50 keessaa 36 ol irraa deeggarsa argachu qabaata.
Komishiniin Gamtaa Afriikaa teessoonsaa waajirra gamtichaa yoo ta’u, hojii idilee guyyuu gamtichaas ni dursa ni to’aata.
Itti gaafatamummaan dura taa’aa filatamaa ijoon maal fa’i?
Dura taa’aan Komishinii Gamtaa Afriikaa barreessaa olaanummaan alatti, bakka bu’aa seeraa gamtichaa yoo ta’an, bajata gamtichaa waggaa olaantummaan dursu.
Namni itti gaafatamummaadDura taa’aan Komishinii Gamtaa Afriikaa fudhatan kun, bulchaa fi hoji gaggeessaa gamtichaa ta’un tajaajilu.Pirizdaantii gamtaa Afrikaa haaraa
Dura taa’aan kunis bajata gamtichaa biliyoonotaan lakkaa’amu qopheessuu qofa osoo hintaanee, itti gaafatamummaa bulchiinsaatis gahee hojiisaa keessaa tokko.
Damee dippilomaasitiinis dura taa’aan kaayyoowwanii fi fedhiiwwan Gamtaa Afriikaa waltajjiiwwan addunyaa irratti qabatee dhiyaachuuf itti gaafatamummaan kennameefiira.
Kanaafuu itti gaafatamaan waajjirichaa dhimmoota ardichaa adda addaa jechuunis yaa’ii Afrikaa- Ameerikaa, yaa’ii Afriikaa- Xaaliyaan fi yaa’iwwan gara biraa dhaabbata ardichaa ilaallata irratti hirmaachutu irraa eegama.Google.comPirizdaantii gamtaa Afrikaa haaraa

Scroll to Top