Ofiif yaaduun baayyee barbaachisaa
Sirra kan sitti aanu hin jiru.
Yeroo baay’ee maatiin keenya, namni nuyi baay’ee jaallannu nu irra nuuf wanta yaadan nutti fakkaata; garuu miti; si irra kan siif yaadu, eenyumtillee hin jiru yoo Uumaa kee ta’e malee. So, yeroo fudhuu ofii kee jijjiiruuf yaali! Ammayyuu ni dandeessa. Zeeroo fuutee tokko gochuu. Jabaadhu, Waaqni si waliin haa ta’u!Ofiif yaaduun baayyee barbaachisaa
Yeroo tokko tokko hunda caalaa of jaalachuun maalif barbaachise beektaa?
Sababni isaa:
Ati yoo of hin kakaafne homtuuGoogle.com
garagalee si hin ilaalu! Kan siif jiruu fi jiraatu suma! Akka ati of qabdutti eenyullee si qabuu hin danda’u!
Maarree maaliif of hin kakaaftu, maaliif of hin dadammaqsitu? Dammaqaa ta’uun hojii tokko dandeettii guutuu ta’een hojjechuuf si gargaara. Humnaa fi ayyaana uumamaan siif kennametti fayyadamuuf cimina siif laata. Dadammaqinni sababa uumamuu yookiin kalaqa waan tokkootiif ka’uumsa dha. Namni dammaqe rakkina isaa irratti dhiibbaa uumuuf qophiidha
Ati yoo of hin kakaafne
homtuu si hin kakaasu!
Lafa kanarratti waan ofii kee yaadde gaarii fi qajeelaa taanaan
namni ni dandeessaafi hin dandeessu jedheef osoo hin taane, waan ofiif nan danda’a jette hojjedhu.
QAJEELFAMOOTA DADAMMAQIINSA JIREENYA ILMA NAMAATIIN WALQABATAN:
➊Kaayyoo ofiitiif bitamuu!
2 Xiyyeeffannoo qabaachuu!
➌. Galma ofii beekuu!
➍. Ejjennoo qabaachuu!
➎. Jalqaba haaraan eegaluu
➏. Karaa salphaa adeemuu
➐. Mul’ata qabaachuu
➑. Waan addaa uumuu
➒. Beekumsa ofiitti fayyadamuu
➓. Ofitti amanamummaa qabaachu
Waa’ee keef #ragaan si caalu hin jiru. Waan #hojjechuu dandeessu kan beeku #oollaa kee osoo hin taane si #mataa
keeti. Akka nama biraatti osoo hin taane akka dhuunfaa keetti #uumamte.Ofiif yaaduun baayyeeDabalataOrobest.com
#Heeruu👇
Namni kamiyyuu maqaa nama dhuunfaa/Individual person/ akkasumas maqaa dhaabbata motummaa irraa eeyyamaa/License/ fudhate /Artificial Person/ sobaan maqaa balleessuun yakkaa nama kan gaafachiisu ta’uu seera yakkaa keewwata 613 fi seera hariiroo hawaasaa keewwata 2044 jalatti yaaka maqaa balleessuun ni adabsiisa kanafuu namoota maqaa koo Chaanaalii Telegiramii adda addaa bannun namoota gowwoomsaa jirran irratti kara qamaa seeraaf dabarsee keena waan jirru nama maqaa account isaa #Biruk_Mekonin_Terfa maqaa koo gowwoomsaa adda addaa raawwacha waan jiruuf namoonni Teessoo isaa beektan akka heeruu qamaa seeraaf gottanii kabaja isiin beeksisa
Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾
Telegram | Facebook | TikTok | page
#Hubachiisa namoota maqaa namaa daldaluu irraa of eeggannoo godha saaxila
Galatoomaa


