Imala hajjiif Namoota barbaadan

Baankiin Oromiyaa muuxannoo waggoota dheeraa imala Hajjii fi Umraa si’eessuu irratti qabu fayyadamuun, bara kanas imaltootaaf haala mijeessuun dameelee keenya hundatti kaffaltii walitti qabuu eegaleera.  Imala hajjiif Namoota barbaadan

Haaluma kanaan, Imaltonni Hajjii fi Umraa dameelee Baankii Oromiyaa dhiyoo keessanitti argamutti goruun lakkoofsa herregaa 1113752600004 Mana Mare Waliigala Dhimoota Islaamummaa Itiyoophiyaa damee Odaatti akka galii taasistan kabajaan isin beeksifna. 

Carraa kanaan, tajaajila Baankii Dhala irraa Bilisaa Seera Shari’aa bu’ureffachuun hawaasa Musliimaa tajaajila jiru OrooBarakaa, Baankii Oromiyaa irraa akka fayyadamtan isin affeerra.

OroBarakaa – Sadaqaa Magaalaa Roobeetti

Baankiin Oromiyaa Baatii Ramadaanaa sababeeffachuun Magaalaa Roobeetti lammiilee galii gadi aanaa qabaniif deggarsa taasise.

Baankiin keenya itti gaafatamummaa hawaasummaa bahachuun hojiiwwan jireenya lammiilee utuban hedduu irratti hirmaachaa jira. Bu’uuruma kanaan sooma baatii Ramaadanaa sababeeffachuun Magaalaa Roobeetti lammiilee galii gadi aanaa qabaniif deeggarsa meeshaalee nyaataa taasisee jira.

Sagantaan Sadaqaa Baatii Ramadaanaa sababeeffachuun magaaloota biyyattii gara garaa keessatti lammiilee galii gadi aanaa qabaniif deggarsi Baankii keenyaan kennamaa jiru ammas akkuma itti fufeetti jira.

ኦሮበረካ – ሰደቃ በሮቤ ከተማ

ኦሮሚያ ባንክ ታላቁን የረመዷን ወር ምክኒያት በማድረግ በሮቤ ከተማ ከተማ ለሚገኙ ዝቅተኛ ገቢ ላላቸዉ ዜጎች ድጋፍ አበረከተ።

ኦሮሚያ ባንክ ተቋማዊ ሀላፊነቱን ለመወጣት የዜጎችን ኑሮ በሚደግፉ ስራዎች ላይ በስፋት እየተሳተፈ ይገኛል፡፡ ታላቁን የረመዷን ወር ምክኒያት በማድረግ በሮቤ ከተማ ለሚገኙ ዝቅተኛ ገቢ ላላቸዉ ዜጎች ምግብ ነክ የሆኑ አቅራቦቶችን አበርክቷል፡፡

የኦሮሚያ ባንክ አነስተኛ ገቢ ላላቸዉ ዜጎች የሚያደርገዉ የሰደቃ መርሃ-ግብር በሌሎች የሀገራቸን ታላላቅ ከተሞች አሁንም እንደቀጠለ ይገኛል።

Boonasii Dabalataa Dhibbeentaa 2 waliin!

Har’a Dameelee Baankii Oromiyaa hunda keessatti gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa

ከ 2 በመቶ ተጨማሪ ጉርሻ ጋር!

ዛሬ በሁሉም የኦሮሚያ ባንክ ቅርንጫፎች የዉጭ ምንዛሪ ግብይት ዋጋ

Exchange Rate Applicable for Saturday, March 29, 2025, in all Oromia Bank branches.

Eid Mubarak, عيد مبارك

Orobest.com

Hordoftootni Amantaa Islaamaa hundi Baga Ayyaana Id Al Fixirii 1446’ffaatiin nagaan geessan!

Id Mubarak!

Baankii Oromiyaa
Baankii ummataa

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለ1446’ኛው የኢድ አል ፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

ኢድ ሙባረክ!

ኦሮሚያ ባንክ
የህዝብ ባንክ

Oromiabank.com

Scroll to Top