✅Kutaalee Jireenya Namaa Saddeettan. Amantaa Kee (Spiritual Life) Jechoota qulqulluu hammamuu yoo dubbiste Hammamuus yoo dubbatte, hojiidhaa hin argisiistu taanaan bu’aa maal siif qabu?” Budihaa Budihaan maal jechuu barbaade? Amantaan waan afaaniin dubbannu irra kan darbe, hojiidhaan argisiisuu kan qabnudha. ➡️Dhalli namaa uumamumaan fedhii amantaa qaba. Jireenyi namaa oggayyuu waa’ee hafuuraa yaaduu dhiisee hin beeku. Gaaffiilee dhimma hafuuraan wal-qabatan hedduu of gaafachaa jiraata. “Eenyutu na uume? Uumaa koo waliin hariiroo akkamii qabaachuun qaba? Du’a booda jireenyi jiraa? Yoo jiraatehoo akkam ta’uu mala? Jireenya hafuura koof maal gochuutu ana irraa eegama?” gaaffiileen Spiritual Lifejedhan-jaallannus jibbinus-sammuu keenya keessaa hin dhabaman. Jireenya hafuuraa kee (amantaa kee) tti milkaa’uutu siif ta’a. Írra deddeebi’ee akkuma jedhamu, amantaan kan dhuunfaa biyyi kan waliiniiti. Amantaa kee kan filatu si’i. Naaf ta’a jettee waan itti amante tokko waaqeffatta. Isa itti amante sana immoo ni jaallatta, ni kabajja. Kaayyoon koo amantaa filatte sanatti nama milkaa’uuf karoora milkaa’aa ta’uu akka qabdu, itti milkaa uuf immoo amantaa kee sana ilaalchisee karoora guyyuu qopheeffachuu akka qabdu siif ibsuun si deggeruudha.Spiritual Life
Isheenis itti seeqatte. Biyya isaa gaafatte. Innis biyyaa isaafi waan keessa jirus itti hime. Biyya Chaaynaatti barachaa akka tureefi ari’amuun biyyatti galuu, erga biyya gales daandiirra jiraachaa kan jiru ta’uu gurra buuse.
Intalattiin garmalee gaddite. Fuutee manattiin galte. Osoo akkasiin jiranuu jaalala eegalan. Rakkoo heddus waliin siphatan. hojiidhaan argisiisuu
Osoo kun kanaan jiruu ijoollee naannoo isaa jiran, barattoota kutaa 8ffaa walitti qabee bilisumaan barnoota Fiiziksii qo’achiisuu eegale. Ijoolleen garmalee jaalatte. Dandeettiin isaa garmalee isaan raaje.hojiidhaan argisiisuu
Akka carraa barsiisaan Fiiziksii mana barumsa ijoollee sanaa hojii gadi dhiisee barattoonni barnooticha malee taa’aa turan. Achumaan mucaan jabaan akkasii nijira jedhanii hooggantoota mana barumsichaatti himan.
Manni barumsichaas bilbileefi waame. Garuu, Daani’eel barnoota Fiiziksii danda’a malee ogummaa barsiisummaatiin leenji’ee dokmantii hinqabu. Kanaaf, yoo isaan ragaa barnootaa gaafatan dhiyeeffachuu hindandeenye. Gara manaatti deebi’e.
Manni barumsichaa guyyaa borumtaa bilbilaniifii hanga barsiisaan Fiiziksii qacaramuufii barattoota fuuldura dhaabbatee akka too’atu itti himan. Kanaanis, guyyaatti qarshii shantama akka kafalaniif himaniif.
Dita Husein Abdurehim tu barreesse. ✍️
@Saayikoloojii1
Navigating the Legal Landscape of Cryptocurrency: Strategies for Compliance and Optimization in 2023
https://roobsan.com/e-commerce-business-in-africa/


