Haala olmaa gabaa 2017
Dhaabbatni Itiyoo Telekoom qooda/share isaa irraa 10% ummataaf dabarsee gurgura jedhe. Kun tarkaanfii seena qabeessa jedhu ogeeyyiin diinagdee.Haala olmaa gabaa 2017
Kana jechum #Ethiotelecom qooda aksiyoona waliigalaa qabu keessaa, har’a gurgurtaaf aksiyoona miiliyoona 100 dureeyyii biyya keessaa ykn Ummataaf dhiyeessee jira.
Akka dhaabbatichi beeksisetti, gatiin aksiyoona tokkoo birrii 300 yoo ta’u, namni tokko aksiyoona xiqqaa 33 birriidhaan 9,900 kaasee hanga aksiyoona 3,333 birriidhaan 999,900 bitachuu danda’a.
Bittaafi gurgurtaan Aksiyoonaa kun karaa #Appilication TeleBirr raawwatamas jedhameera.
Gurgurtaan kun Onkoloolessa 6 hanga Muddee 25/2017tti tura jedhame.
Itiyoo-Telekoom heeyyama torbee darbe argateen qooda/share isaa karaa TeleBirr akka gurguraHamma humna keenyaatiin bitannee dhaabbatichatti abbaa tahuu qabna, carraa gaarii waan ta’eef namoonni dandeessan itti hirmaadhaa, bitadhaa jenna.DabalataHttps//orobest.com
#Gaaffillee_Jireenyaa_Shanan (Five question of life)
*******
1.Ani eenyuu (Who am I):
•Si atti dhugaa eenyuu akka tattee off beekuuf of qormaattuun sirraa jirata. Bayyinna (Tuuta) gidduutti eenyummaa kee adda baafadhu beekii.
2. Eessaarraan dhufe?(Where am I From❓):
•Kun waa’ee hambaa kee fi gatiiwwan gargara dheeraa yeroo obomboleettii ofitti amanamummaa fi fakkii ofii gaarii ijaaruuf bu’uuraa ta’an siif ibsuu fi sii gargaaruudha.
3.Maaliif as jira(Why I’m Here)?:
•Kaayyoo kee beekii hojiirra oolmaa isaa keessatti guyyaa guyyaan jiraadhu.Kunis hojii Raabbii ykn waaqnii kee siif qopheesse raawwachuudha walqabatta.
4.Maal gochuu danda’a(What can I do ❓):
•Kennaawwan Waaqayyo siif kenne hubacha deemuun kan walqabattu.Waa’ee ofii keetii gamaaggama amanamaa barreessuun. •Sochiiwwan waggoota dhiyoo darbaniif gootan xiinxaluu fi mul’isuun murtoo gochaan hojjetamuu danda’u fakkeessuun bu’aa ajaa’ibaa fi rifachiisaa ta’e arguu dandeessu. Kennaa kee qisaasama ykn jiraate ni raawwatta.
5.Eessan deema?(Where am I going❓):-
•Kunni dhugaadhaan,atiis ta’e bakki jireenya keessatti deemtu sitti dhaga’amuu hin qabu.Sababni isaas sun mataan isaa, of ajjeesuu duraanuu raawwatame waan ta’eef.
Karaalee galii itti argatan afran:
- Qacaramuun:
-yeroofi dandeettii isaanii maallaqaan gurguratu.
Namoota harka 95tu jireenya kanaan jiraata.
Namaaf hojjetanii namichi abjuu fi mul’ata isaa jiraata. - Of_Qacaruun:
- yeroo, dandeettii fi maallaqa isaanii baasanii of gaggeessu.
Hojii mataa isaanii qabu. Carraan dafanii itti milkaa’uu galma isaanii baay’ee dhiphaa fi walxaxaadha.
Namoota harka 95tu kanaan jiraata.
- Abbaa Bizinasii:
- Nama waliin hojjetu
- system diriirsu
-maallaqa xiqqaan galii guddaa argamsiisu
-sa’atii 24 ni hojjetama - humna xiqqaa irraa kauun humna guddaa diriirsu
- bilisummaa yeroo fi maallaqaa ni qabaatu.
-lafa kamittiyyuu yeroo kamittiyyuu kan hojjetamudha.
-carraan isaa bal’aadha
- Investerii:
- Investimentii mataa isaa kan qabudha.
- bilisummaa maallaqaa fi yeroo kan argamsiisudha.
-Maallaqatu maallaqa hojjeta
-carraan isaa dhiphaadha
Please add More*
Namoota #jaallattan
Positive mind find opportuniy in everything
The Impact of E-Commerce on African SMEs: Opportunities, Challenges, and Future Trends
.

