AMALOOTA NAMOOTA MO’ATOO

1.

HOJII CIMAA:-

Carraa hin amanin, hojii cimaatti amani. Adeemsa ariifachiisuuf yaaluun ykn karaa gabaabaa barbaaduu dhiisi. Hin jiru.

2.

OBSA:-

Obsa dhabaa jirta taanaan lola dhabaa jirta. Jalqaba wanti tokkollee hin ta’u, achiis suuta jedhee akka tasaa yeroo tokkotti ta’a. Namoonni baay’een sadarkaa tokkoffaa irratti harka kennatu.

3.

WAREEGAMA:-

Yoo waan barbaaddeef wareegama hin baasne, wanti barbaadde wareegama ta’a. Wanti hundi gatii qaba. Gaaffiin jiru: Jireenya hawwitu sanaaf wareegama kaffaluuf qophoofteettaa?

4.

WALSIMACHUU:-

Walsimannaa jechuun giddu galeessa gara olaantummaatti kan jijjiirudha. Walsimannaa malee milkaa’ina caalu gonkumaa hin argattu.

5.

NAAMUSA:-

Kaka’umsi akka deemtu si taasisa, naamusni garuu akka guddattu si taasisa.

6.

OFITTI AMANAMUMMAA:

AMALOOTA NAMOOTA MO’ATOO jedhaman dabalaOrobest.com

Leenjii/Training
Bilchina_Miiraa (Emotional Intelligence) “የስሜት ብልህነት” by Dr. Eyob Mamo

Participants more than 1,200

Sammuu kee Leenjisi!(Train your mind)
———
Leenjiin ilma namaatiif waan murteessaadha. Namni waan hin beekne beekuuf yaaluu qaba. Ilmi namaa yoo shaakaluu barachuu dhiise malee wonni inni hin dandeenne hin jiru. Kun kan agarsiisu, ilma namaa keessa dandeettiin addaa jiraachuu agarsiisa.

Sammuu leenjisuun waan hunda leenjisuudha! Waaqayyo sammuun keennaan, hafuuraan akka geggeeffamu godhee ilma namaa dadeera/uumeera. Kun uumama hundarraa adda nu taasisa.

Sammuun waan nuuti leenjisne kamiiyyuu leenji’uuf qophiidha. Waan gaarii, milkii, ni dande’aa yoo leenjisne waan dansaa nutta agarsiisa, sodaa, shakkii, dadhabina, hin dande’uu yoo deddeebinee itti himne, isuma shaakala bu’aa isas ni argina.

Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa
👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾

Telegram | Facebook | TikTok | page

           Galatoomaa

🔵 Amala Gaarii
           ⇣
 🔵 Beekumsa
           ⇣
 🔵 Naamusa Gaarii
           ⇣
 🔵 Obsa
           ⇣
 🔵  Hubannaa
           ⇣
 🔵 Gaarummaa
           ⇣
 🔵 Dandeettii
           ⇣

💌 Beekumsi humna siif kenna.
💌 Beekumsi qabaa barbaada.
💌 Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu ta’a.

💡 Amalli gaariin kabaja siif kenna.
🥇 Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
🥈 Amalli gaariin gorsee si deebifata.
🥉 Amalli gaariin milkaa’ina biraan si gaha.
✉️ Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima.

➡️ Amalli gaar

Scroll to Top