Seenaa. Oromoo Pdf Afaan oromoon. Seenaa. Oromoo
Waaqayyo galgala tokkotti seenaa kee jijjiira!
~
Milkaa’ina kee namarraa eegdaa? Lakki, abdiin karaa namaa fagoo si hin geessisu. Namni tarii har’a si eebbisee bor si abaara. Tarii har’a si kabajee bor si salphisa. Har’a si wajjin kolfee bor nyaara sitti guura. Har’a waadaa siif galee bor si gana. Waaqayyoon yoo abdatte garuu karaan fagaatus bakka yaadde ni geessa. Abidda keessatti waadamtee warqee taata. Nama Waaqayyoon abdatutti aduun hin dhiitu. “Naaf dhumeera…kanarra karaan hin jiru” gaafa ati jettu, “Lakkii kan kee ganaadha, si’achin jireenya si jalqabsiisa” siin jedha Waaqayyo!Seenaa. Oromoo
~
Namichi argitan kun nama biyya Taanzaaniyaati. Maqaansaa ‘Saniniu Laizer’ jedhama. Albuuda baasuudhaan maatiisaa jiraachisa. Hojii kana waggaa baay’ee hojjete. Lubbuusaa balaarra buusuudhaan holqa lafaa seenee albuuda barbaada. Ijoollee baay’ee qaba. Waan inni hojjetu qoonqoo maatisaarra hin darbu. Garuu guyyaa tokko abdii kutee hin beeku. Jireenyasaa fooyyeffachuuf jedhee soba, hannaafi saamicha yaadees hin beeku. Lafa qota, albuuda barbaada. Boris lafa qota – albuuda barbaada. Waaqayyo gaaftokko jireenya koo jijiiira jedhee abdata. Maarree abdiinsaa abdii qofa ta’ee hin hafne. Akkuma abdate ta’eef! Seenaa. Oromoo
~
Waggaa 2 dura akkuma duriisaa utuma albuuda barbaaduu, albuuda gati – jabeessa lama bakka tokkotti argate. Albuudonni kunneen walumatti kiiloo 15 ulfaatu. Albuudni hamma kanaa ulfaatu Taanzaaniyaa keessatti argamee hin beeku. Albuuda argate kana borumtaa gabaaf dhiyeessee doolaara Ameerikaa miliyoona 3.4tti gurgurate. Galgala tokkotti miliyeenarii ta’ee jiruusaafi jiruu ijoolleesaa, akkasumas jiruu hawaasa isaa sadarkaa guddaatti ceesisuuf carroome. Agartee? Waaqayyo yoo barbaade akkas godha. Isatti amani, isa abdadhu, dafqiimmoo hojjedhu. Namni bulee sitti jijjiirama, Waaqayyo garuu bulee si jijjiira!
β πππ«π¬π‘π’π’ π’π«π«ππππ’ π²ππππ¨ππykn QajeelfamootaΒ πππ«πππππ‘π’π¬π¨π¨ ta’anΒ π€πππ¬π¬ππ muraasaβ
ππππππ πππ ππππ!
Waanuma si marare mara hin bitin; karooraan geggeeffami! Seenaa. Oromoo
β‘οΈ2. πππ ππππππππ πππππππ πππππππππππ 10% ππ πππππππ
ππ (πππππ
ππ)Seenaa. Oromoo
Mul’ata hojii gara fuulduraatiif si fayyada.Β Wanti qusannaadhaan walirra bu’aa adeemu yeroo dheeraa booda guddachuu hin oolu.
β‘οΈ4.Β πΈπππππππ ππππππππ πππππππ π ππππ πππππ .Afaan oromoon
ππππππππππππ πππππππ πππππ ππ’ππ ππππ ππ π
ππππππ.
” Qarshiin gammachuu hin bitu” jechuun qarshiin hin barbaachisu jechuu miti. Qarshiin wantoota dhala namaaf baayyee barbaachisoo keessaa isa tokko ta’uu hin dagatin.
Qarshiif bakka guddaa qabaachuu keetiifis of hin ceepha’in; haata’u malee, waan hundammoo qarshiidhaan hin madaalin!
β‘οΈ3. πΈππππππ πππ ππππππππππ πππ πππππππππ
Yeroo liqeessitu qarshii yoo siif deebi’uu dhiise si irratti dhiibbaa hin uumne liqeessi. Yeroo liqeessitu hundas akka kennaa namaaf laatteetti lakkaa’i.
β‘οΈ5. πΈππππππ ππππππππππππ πππππππ π
πππ ππππ π
ππ
π
ππππππ ππππ
π
Yeroo jettetti deebisuu danda’uu kee yoo shakkite rakkadhu malee hin liqeeffatin.
Liqiin hiriyummaa baayyee akka balleessu hin dagatin kanaafuu namoota dhabuu hin barbaannerraa liqeeffachuurraa of eegi!
” Qarshii liqeessuu jechuun hiriyaa ofii dhabuudha” Fyodor Dostoyevsky
Ani Qajeelfamoota kana hordofuu dhabuun miidhameen jira . Seenaa. Oromoo
‡οΈβ€΅οΈβ€΅οΈ
@


